ሰበር ዜና: የምዕራብ ዕዝ አዛዥ መጀር ጀነራል ድርባ መኮንን በራሳቸዉ ፍቃድ ስልጣናቸዉን ለቀዋል።

ሰበር ዜና: የምዕራብ ዕዝ አዛዥ መጀር ጀነራል ድርባ መኮንን በራሳቸዉ ፍቃድ ስልጣናቸዉን ለቀዋል።
Ajaajan rayyaa ittisa biyyaa zooni lixaa mejer jeneral dirribaa mokkonen feedhii isaatin Aangoo gadi dhisee jira. Jedhu!
Kan siyaasichi galeef keesaa ba’uu eegalee jira! Ammallee…..!
ፖለትካ የገበው ሾልኮ መውጣት ጀምሯል


Waraanni Bilisummaa Oromoo G/W/Lixaa #Gimbii_Abbaa_Seenaa bakka gabaa kamisaa jedhamutti waraana goleessituu Bilxiginnaa bakkasheen jirtutti itti seenuun dhukkee irraa kaasee jira. Kanumaanis injifannoo boonsaa galmeessuun humna PP du’aafi madoon sararee walirra naqeera
Warraaqsi Galaana Ummataa Itti Fufa ~ Walabummaa fi Bilisummaan dhiigaan dhufa
IUOf.


Qeerroo Asadoon wareegamee jira rasaasa Bilxiginaatiin
Maatiif Firootan Qeerroof qarree Machaaraa hundaaf jajjabina hawwina Garaan nu gubate dhugaa rabbii