ሰበር ዘና ለጠቅላይ ሚንስትር አብይ አሀመድ በጎንደር ሁመራ ላይ ታላቅ ተቃውሞ ገጠመው::

ሰበር ዘና:ለጠቅላይ ሚንስትር አብይ አሀመድ በጎንደር ሁመራ ላይ
ታላቅ ተቃውሞ ገጠመው::

ኦዴፓ ከህወሐት ጋር አብሮ ቆሞ ፎቶ እንደሚነሳ ከዚህ በላይ ምን ማስረጃ ያስፈልጋል?

#ሰበር #ዜና
#አብይ #ሌባ
#ገዱ #ሌባ…ሁመራ_ ኦምሃጀር ላይ
አብይ ወለጋ ላይ የፈራው ሞት ትግራይ ላይ ጠበቀው
አብይ እንደለመደው አፉን ከፍቶ ጥርሱን አግጦ በውሸት ሲሚያው ለማታለል ስሞክር ትግሬዎች ልገሉት ነበር። ነገሩ የሆነው ዛሬ #በሁመራ_ኦምሃጀር ድንበር አከባቢ ነበር።
የአብይ ጋርዶች እና መከላከያ ህዝቡን ሲገላግል ተመልከቱ፣ ይሄኔ ኦሮሚያ ብሆን ኖሮ የቦምብና የጥይት ዝናብ ይዘንብ ነበር።

#Oduu #Ammee: Kan sodaatan du’a kan hin oolles du’a

Abichuun keessa guyyaa har’aa naannoo daangaa Tigraay fi Amaaraa Humaaraa fi Omhaajer gidduutti dhalattoonni Tigraay ajjeesuuf jedhanii eegdoonni isaa yammuu irraa dhowwan ilaalaa. Yoona osoo Oromia tahee bokkaa boombii fi rasaasaatu rooba ture.

Abiy leebaa
Gedduu leebaa…………jechaa jiru

Seenaan waa hin dagatu: “Daawud ibsaa beekaa dha; dhimma Oromoo qabatee waggoota 40f qabsoo gaggeesse; biyya isaa jaalata”

Ob Daawud nagaafi bilisummaaf malee namaaf hinsarmu!!


#Oduu Gaddaa
Goodina Wallaga Bahaa Aanaa Giddaa Ayyaanaa Ganda Gabaa jimaatati Dargagoo Kaffalee Oljirraa Ayyaanaaf maati isaa birati galuuf osoo deemu RIB goolessituun karaa irrati itti dhufuun akka sa’a abashaati 11:00 irrati gaaffii tokko malee rasaasan ajesanii yeroo ammaa kana Hoospitaala Giddaa Ayyaanaa reefi isaa jira .
Kan rasaasan dhahame hiriyyaa isaa Andaloo Tamasgeen akka hin yaalamneef konkolataa isaniin fuudhanii deeman.
Kaafaloon maati isaa waliin ayyaaneffachuuf osoo deemu wayyaneen rasaasan karaati anbifte.
Suuraan Reffa Kaffaaloo Oljirraati. Boollakee Daadhiin haa guutu