ሰበር መረጃ – የጠቅላይ ሚንስትሩ ውሸት በማስረጃ ተጋለጠ !

ሰበር መረጃ – የጠቅላይ ሚንስትሩ ውሸት በማስረጃ ተጋለጠ || PM ABIY || ASAMNEW TSIGE || ETHIOPIA NEWS

የአብይ አሕመድ የጅል ውሸት በመረጃ ሲገለጥ።


Abiyyi biyya bulchaa aakka hin jirre ragaa kumaatama qabna. Mee ilaalaa poolisiin naannoo meeshaa raayyaan waraanaa qabatu qabachuuf mirga qabaa? Meeshaalee jumlaa kanneen akka laawunchari, Madfii, matarayeesii kkf qabachuu akkamiin danda’ee? Naannoo Tigraay fi Amaaratti poolisiin ta’e namni dhunfaa meeshaalee kana qabatee akka garaa isaa socho’aa. Naannooleen kuni meshaalee waraanaa kamu namni isaani akka hidhatu jajjabeessuun, eeyyama kennuu. Seera dhimma kanaan walqabatuus ni baasna jedhani kan lafa irra harkisan hanga namni isaan (MM deeggaru) bitatee eyyama itti baasutti. Osoo gochi kuni Oromiyaa keessatti ta’e hoo maal akka jedhan beekamaadha. Garu jarri isaani naannoo keenya keessa jiraniis hidhatani jiru. Kana egaa warri biyya bulchaa jirra jedhani kan dhaadataniin!

Miidhaksaa Abbishuu


Hin dhugu farsoo guushii kan malakkaa sana itti naa buusii jenne dur akka har’aa warri bilxiginnaa yeedaloo keenya nurraa fuudhanii akkanatti kiliippii ittiin dalagan malee