መንግስት ከቤተክርስቲያን ጋር flirt ማድረግ ማቆም አለበት። የውስጥ ጉዳያቸውን እራሳቸው ይጨርሱ።

መንግስት ከቤተክርስቲያን ጋር flirt ማድረግ ማቆም አለበት። የውስጥ ጉዳያቸውን እራሳቸው ይጨርሱ።

Seife Nebelbal: Interviews Qes Belay Mekonnen and OLF speaker, Tolera Adabaa

Etana Habte

Dubbii miidiyaaleen jaraa hafarsaa jiran kana Obbo Shiimallis ani hinjenne jedhee akka waakkate dhageenyeerra. Kaadiroonni isaas akkuma nama bira tureetti inni kana hinjenne jedhanii gadoodaa jiru. Shiimallis kana jechuu akka danda’u agarsiiftuu hedduun jiraatus mee ammaf akkuma inni hinjennetti fudhanna hajennu.

GAAFFII
Yaa’iin Phaaphaasotaa Mana Sagadaa Tawaahidoo Ortodoksii Itiyoophiyaa aboo ittiin Prezidaantii BMNO waajjira ofiitti waamee gaaffii gaafatu eessaa fide? Seera isa kamtu kenneef? Ofii Prezidaantiin tokko mana amantaa akkasiitu nawaame jedhee erga gadi of buusee bakka argamuun isaaf hinmalletti argamee booda, ani sana jedheera kana hinjenne jechuun hiika qabaa? Ofii Prezidaantiin akkuma Caffee BMNO mallattoo ‘sovereignty’ Oromiyaa akka ta’e beekaa namni kun?

Manneen amantii biroon Oromiyaa keessatti beekaman kaanis akkasuma Prezidaantii BMNO waajjira ofiitti waamanii dubbisuu danda’uu? Fakkeenyaaf, bor ganama Majliisni ykn Waajjirri Makaana Yasuus ‘gaaffiin siif qabaa battalatti akka waajjira kiyyatti argamtu hata’u’ jedhee Prezidaantii naannoo hamma Oromiyaa guddatu tokko ajajuu danda’aa? Deebii isinumaafan dhiisa. Garuu gaaffii ani gaafadhe yoo ifaadha ta’e Manni Sagadaa Tawaahidoo Ortodoksii Itiyoophiyaa akkuma durii ‘state religion’ jedhamtee labsii malee bakka duriitti deebitemoo akkami jechaan jira.
#Siyaasa_sigigaataa #Mootummaa_OPDO_EZEMA


መንግስት ከቤተክርስቲያን ጋር flirt ማድረግ ማቆም አለበት። የውስጥ ጉዳያቸውን እራሳቸው ይጨርሱ። ቤተክርስቲያን አትከፈም/ትከፈላለች ለማለት መንግስት ምን አገባው?? ከ 1974 GC ጀምሮ church እና stateእንደተለያዩ አልሰሙም ይሆን?መንግስት ጣልቃ ገብቶ press conference እንዲያግድላቸው የሚጠይቁ አካላትስ ይሄን ሳያውቁ ቀርተው ነው? ይሄ ሀገር የሚያምነውም (believer) እንዲሁም የማያምነውም (non believer) እኩል ሀገር ነው። መንግስት በተቻለ መጠን secular posture መያዝ አለበት። አገሪቱን በአማተርኛ ማጨመላለቅ ምን ይባላል? የኦርቶዶክስ እምነት እንደ ሌላው ሁሉ እምነት ነች። አገር አይደለችም። ከአገር እጣ ፈንታ ጋርም በተለይ ሁኔታ የሚያስተሳሰራት ጉዳይ የለም። የቤተክርስቲያን issue እዛው ቤተክርስቲያን ውስጥ ይለቅ።መንግስትም ቄስ ቄስ መጫወቱን አቁሞ እንደመንግስት የተጣለበትን ሀላፊነት መወጣት ላይ ቢያተኩር ይመረጣል። ነገሮች በጣም ተምበጫረቁ።

~by Rediet Tamire Oshone.


In the 1990s, Orthodox church stood vehemently against Qube. In those days the priests presented Qube as an evil architect, and some who taught Qube were excommunicated. A woman was refused burial inside a church in Ambo simply because she was a Qube teacher. Over the last few decades, Qube self-imposed by overwhelming the system and we today ignore opposition to Qube as an irrelevant adversary. Today, the children of Qube that persisted then, are taking the demand back to the church; preach in Oromo language in Oromia, or …

Dr Asfaw Beyene



የመልካም ወጣት መዝጊያ ፕሮግራም የጠቅላይ ሚንስትር ዶክተር አብይ አህመድ ሙሉ መልእክት


1 Comment

  1. I agree with Dr. Asfaw, I remember when a young Oromo woman from Chalanko died and the Orthodox church refused a burial place. My organization and I did write a letter to the Ethiopian Orthodox in protest. World Council of Churches, Lutheran World Federation and National Council of Churches in the US sent protest letter challenging the action of the Orthodox Church. The then patriarch responded saying that Aberash was denied a burial place because she is not a member of the church. I still have a copy of the letter. I think the Orthodox church is exposing itself in front of the global community. What is the role of the government in church members dispute?

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.