ለመረጃ: ከሰሜን ዕዝ ከተለያዩ ብርጌዶችና ክፍለ ጦሮች ታግተው የነበሩ 1240 የመከላከያ ሰራዊት አባላት ወደ ሠቆጣ ገቡ!!

ለመረጃ: ከሰሜን ዕዝ ከተለያዩ ብርጌዶችና ክፍለ ጦሮች ታግተው የነበሩ 1240 የመከላከያ ሰራዊት አባላት ወደ ሠቆጣ ገቡ!!
ከሰሜን ዕዝ ከተለያዩ ብርጌዶችና ክፍለ ጦሮች በጁንታው ኃይል ታግተው የነበሩ 1240 የመከላከያ ሰራዊት አባላት ወደ ዋግኸምራ ዞን ሰቆጣ ሠቆጣ ከተማ ገብተዋል።
የሠራዊት አባላቱ ከህዳር 20፣2013 ዓ.ም ከ 8 ሰዓት ጀምሮ እስከ እስከ ትላንት ማታ 12 ሰዓት ድረስ ነው ወደ ሰቆጣ የገቡት።
የመከላከያ ሰራዊት አባላቱ ሰቆጣ ለመግባት በርካታ ውጣ ውረድ ማለፋቸውንም ገልጸዋል።
በተለይም የተከዜን ኮሪደር ተከትለው በቀን እና ሌሊት የእግር ጉዞ እንዲሁም ወንዝና ጫካ እያቆራረጡ ሰቆጣ መግባታቸውን የሠራዊቱ አባላት ተናግረዋል።
የአካባቢው አስተዳደር ለሰራዊቱ የምግብ እና የህክምና አቅርቦት ማመቻቸቱም ተመልክቷል።
@ethio_mereja_news

Odeessaa keessan ergame

waallaggaa Aanaa Amuruu Kessaati Rakko Hammaatatu deema jira Sabbontota Oromoo Warra Biyyaaf Dhabbatani Hidhudhan Darara Hammata Kessaa Kan Jirani Ta’u Oduun Nuga,era Yeroo Amma Kana Warra Motumma Ofin Jedhuf Hojetan Kan Mormanis Hidhamani Jiru Warra Hidhamani Jiran Kessa Galgala Kana Fudhani Badani Jechun Dhagahe 1.Rabbirraa Fiqaaduu Buichaa Aanaa Amuru 2.zalaalem Nugusaa I/Buichaa Aanaa Amuru 3. Asirat Markabee Hogganaa dhaabaa Aanaa Amuru 4.Dr Raaji 5. Dr Asafa 6. Garamu Abichuu 7 ,Garooma Immiru 8, Tasfa Tolera Kan Jedhaman fi kan ammaaf maqaa isaanii hin arganne kan lakkofsi isaanii hin beekmne Namoota kana badii tokko male mootumaan nafxanyaa kun fuudhee bakkanni geesse hinbeekamu

Oduu Gaddaa
Mudde 2/2020
Godina Wallagga Lixaa aanaa Gimbii ganda Boonayyaa Asaabii keessatti waraanni shiftaa bilxiginnaa ijoollota xixiqqoo shan kanneen maqaan isaanii armaan gaditti tarreeffame maatii isaanii biraa gadi baasuun ajjeechaa suukanneessaa fi gara jabeenyaa irratti raawwate.
1. Daanii Fiqiruu
2. Eebbaa Fiqiruu
3. Isiyaq Indaaluu
4. Abbushee Darajjee
5. Ermiyaas Hambisaa