Who is Abiy Ahmed Ali(Abiyot Kasaye Belayneh) ? Is he an Eritrean origin from Gondar?

Who is Abiy Ahmed Ali(Abiyot Kasaye Belayneh) ? Is he an Eritrean origin from Gondar?

OMT: ODUU Hatattama Addunya fi biyya salphina Abiy Abba isa Ajesu kuno itii dhiyadha

Caalaa Daggafaa Eenyu…? New Oromo Music 2020. Official Video.


[SBO – Waxabajjii 01,2020] Magaalaa Beddelleetti Caamsaa 31,2020 halkan miseensa ABO kan ta’e Simeny kan jedhamu bakka inni hin jirretti eeyyama mana Murtii malee qaamni humna addaa Oromiyaa jedhamu mana isaa seenanii sakkatta’uun gaafa inni galu reebicha hamaa irraan ga’anii yeroo ammaa Riiferiin godhameefii Hospitaala Jimmaatti argama.

Gochaan amma Godina Buunnoo Beddellee keessatti raawwatamaa jiru wanta dhageettiif namatti hin tolle akka ta’ee fi jiraattonni naannoo sanaa sodaa keessa akka jiran hubatameera.

Sababoonni ijoon tasgabbiin godinicha keessaa dhabamuu ammoo gocha bulchaan godinichaa Obbo Shaafii Huseen, Margaa Qana’aa itti gaafatamaa PP akkasumas kanneen sirnichaaf hiriiran raawwachaa jiranii dha jedhu jiraattotni.

Namootni amma aangoo qabatanii jiranis warruma waggoota muraasa dura qeerroo godinichaa gidirsaa turanii dha jedhu jiraattotni Godina Buunnoo Beddellee.

Ammas humna addaa Oromiyaa jechuun mootummaan kan bobbaase dargaggoota keenya dararaa irraan ga’aa jirus jedhaniiru ummatni.

Ona Daaboo Haannaa keessatti nama reebanii ajjeesanii karaa irratti gatanii deemuu aadeffatamaa jirs jedhaniiru. Qeerroo hedduun lubbuu isaanii dhabuunis ni yaadatama jedha oduun walqabatee nu gahe.

Rakkoo godinicha keessatti ummata irra gahaa jiruuf gaafatama kan fudhatu angowoota mootummaa godinicha bulchaa jiran ta’uu ummatni afaan guutee dubbataa jira jechuun oduun nu gahe ibseera.

Abdi Oromo


Best New Oromo Music Asha birree {Shaggaa Ormaa} Official Video 2020


Ebrehim kedirstars Kijibde Sirba harawaa Mandariinaa Adam fi Comedian Buxex New Oromo Music 2020

Caaltuu Duulaa – Ani Lammiinkoo Oromoodha – Oromo music 2020