Social Distancing! Kunis Harargee aanaa Kurfaa Calleetti walgahii Bilxiginnaan waamtee dha.
Akkaataa dhibeen kun itti tatamsa’u osoma quba qabanii ummata miskiina dhimmicha quba hin qabne tahe jedhanii akkasitti walitti dachaasanii teessisu. Mootummichi dhibee kana babal’isuu irraa dantaa qaba yoo jennu maqa balleessii kan isinitti fakkaate amma maal jettu laata?
But seriously, this raises important qs about the nature of PP. Does it not function as a coherent entity? Is there no command-and-control at the top (defeating its ostensible purpose)? Or are these trainings sanctioned from 4Kilo in spite of the national ban on mass gatherings? https://t.co/RkiCglL5mR
— Tom Gardner (@TomGardner18) March 22, 2020
COVID-19 pandemic: Ethiopia’s ruling Prosperity Party continues to herd its cadres into highly congested and over-suffocated town halls, https://t.co/FLlF3MxkHj pic.twitter.com/6fAhjE4H4w
— Kichuu (@kichuu24) March 22, 2020
#Haroomaayaa (Inbox)
“Kun Anaa haroomaayaa keessatti hattummaa PP hojjetaa jirtuudha.
Leenjiidhaaf waan mootummaan nuyaameef Tiraanspoortii hin qabnu kanaafuu jedha”Abbaa gandaatiin ummata irraa dirqiin funyaan urtee qarshii irraa nuuf sassaabuu qabdaa jedhaniiti dirqama yeroo iitti laatani .kaameeraa mobaayila kiyyaa duraa miliquu hin dandeenye PP iin. Kunoo vidiyoon.”