Walitti-dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti,

Walitti-dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti,

ከትንታጎቹ ቄሮዎች!
=============
ትላንትም የ5ሺ ወንድሞቻችንን ውድ ህይወት መስዋዕት ከፍለን፣ የተወረወረበትን ቦምብ በመጨበጥ ሞቱን ሞተንለት፣ ሀያ ሰባት አመት ሲያስፈጀን የነበረውን ሰላይ (የINSA ማናጀር) ለስልጣን ያበቃነው እኛው የኦሮሞ ቄሮዎች ነበርን። ትላንት የጠላታችንን ሞት የሞትን ቄሮዎች ዛሬ ለጀዋር መሀመድ፣ ለኦቦ በቀለ ገርባ ,ለአብዲ ረጋሳ, ለሚካኤል ቦረን, ለሀምዛ ቦረና, ለዶ/ር ሽጉጥ ገለታ, ለኬነሳ አያና, ለደጀኔ ጣፋ, ለያሶ ከበበ, ለለሚ ቤኛ, ለዳዊት አብደታ, ለሸምሰዲን ጠሃ…ባጠቃላይ ለሀቀኞቹ መሪዎቻችን (የኦሮሞ የነጻነት ታጋዮች) ስንል ለመሞት ቅንጣት አናመነታም።

ይህ አቋማችንን የሚጠራጠር አካል ምንኛ ሞኝ ነው?!

እነሆ እኛም እንላለን! ከእንግዲህ የኦሮሞ ቄሮ በህይወት እያለ ብልጽግና የሚቀበርባት ኦሮሚያ እንጅ ብልጽግና የሚፈነጭባት ኦሮሚያ ፈጽሞ አትኖርም። ሙሉ ነጻነታችንን እስክንጎናጸፍ ድረስ ትግላችን ይበልጥ ተጠናክሮ ይቀጥላል! አራት ነጥብ።

“ከኦሮሞ ቄሮዎች”

KMN Kush Media Network


በምንግስት ላይ የተጠራዉ የትራንስፖርት ማገድ እና የተመረጡ ድርጅቶች ላይ የተጠራዉ የገበያ ተዓቅቦ


Walitti-dhukaasa Loltoota Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa gidduutti, Mooraa Leenjii Humna Waraana Qilleensaa Bishooftuutti argamu keessatti adeemsifame | Warraaqsi Galaana Uummataa, Kutaalee Oromiyaa Danuu keessatti, bifa haarayaan itti fufee jiraachuu | Hagayya 4, 2020

Voice of Independent Oromia


“Hardhaa Karraa Alootti Gejibnii gara Laga xafoo,Laga dadhii fi sandaafa amma tokko xiqqateera sirritti irraatti hojeetamu qaba akasuumas konkolaatonii naanno Amaara dhufaanis Darba jiru kun Tuffi isaanii agarsiisa Kalessaa hachaluu nutuu ajesse jechaa sirba hardhamoo Akka barbadaanitti dachee Oromoo keessa darbuu hin taatu !”

Yaya Beshir

Magaalli guddoonLibaanoos, Beerut, Kibxata harraa dhoohinsa guddaadhan raafmte. Guddina dhoohinsichaa irraa manneen kutaalee magaalittii bakka dhoohinsi itti dhaqabe biraa fagoo jiran balballiifi fooddan irraa cacabuutu gabaafame. #voasocial



Uggurri Geejjibaa Oromiyaa Keessaa Danqaa Nutti Uume, Jedhu Daldaltoonnii fi Shofeeronni

Uggurri geejjibaa naannoo Oromiyaa keessatti labsame danqaa akka itti uume daldaltoonnii fi Konkolaachistoonni VOAn dubbise himan. Namoonni ijaan argan akka jedhanitti konkolaatota hedduu irra miidhan gahee jira.

Warreen uggura kana labsan mootummaan hidhamtoota siyaasaa akka hiikuu fi gaafilee adda addaa dhihaataa turan akka deebisuuf goone, jedhu. Mootumman danqaa fi uggurri geejjibaa uumame tokkollee kan hin jirreefi Oromiyaa bakkawwan hundatti sochiin nagaa jiraachuu dubbata.

Gabaasaa guutuu caqasaa


Qeerroon Qeerransa Jabaadhu Qeerransoo

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

BB$: ODUU OOLMAA OROMIYAA (HGY 4/2020)

Kello Media


#wollaita‘s solidarity with #Oromia