WALISOO irraa: Godina Shawaa Kibbaa Lixaa Magaalaa Walisoo Keessaatti Mani Baruumsa Sadaarka lammaaffaa Garaasu Dhukii qaama hin beekamnen gubaate jira.
Guyyaa gaafa Jimmaata qaama hin beekamin kan gubate yoo tahuu hangaa ammaatti Wayyaanen baratootan isiintu gube jechuudhan baratoota goola jiraachun Maddeen Qeerroo Magaalaa Walisoo gabaase.!
Down Down Woyane!
Via: Shukrii Mohammed Umaraa