TPLF mercenary militia known as Liyu Police continue to wage war acroo Oromia

TPLF mercenary militia known as Liyu Police continue to wage war acroo Oromia borders despite the recently announced peace agreement between presidents of the two regions.

TPLF mercenary militia known as Liyu Police continue to wage war acroo Oromia
File picture

Today Liyu Police carried out cross border attack on Gursum district of East Hararge wounding four people. The mercenaries also sustained four casualties.
===============
Dhaangadda araara buufna jedhamee mallatteessanis Liyu Poolisiin duula daangaa Oromiyaa weeraruu itti fuftee jirti. Bifuma kanaan har’a Harargee Bahaa Aaanaa Gursum keessatti yaalii weerara agooteen Oromoota afur yoo madeessitu Liyu poolisii keessaas afur haleellaa ittisaa ummanni fudhateen ajjeefamnii jiru jedha gabaasni achirraa nu gahe.

“Harargee bahaa aanaa gursum araddaa #Nuursalaamitti lola ganama kana liyu_haylifi deeggartoonni isii bananiin liyu hayliin 4 galaafatamte gama Oromiyaatii nama 4tu madaawe isaan keessaa namni lama #Ahmed_Rashidfi #Adan_Mohamad_Adan namni je’aman amma sa’aa 5:00ti buufata fayyaa aanaa gursum fidanii du’aafii jiruu jidduu jiru lamaan hafan lagakessatti waan dhawamaniif achuma iddoo itti dhawamanjiru milishaan gursum yeroo ammaakana namalamaan hafe fuudhuuf lola eegaleejira.”

Via: Jawar Mohammed