The spectre of self determination haunting Ethiopia!

ጋሞ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት:-
#አርባምንጭ
#ድንጉዛ


Ejjeetto tube


#Hadiya_National_Regional_State, loading!
#The_spectre_of_self_determination_haunting_Ethiopia!

ብልጥግናና የሙሉ ጊዜ ተሳዳቢዎቿ (‘ረጋሚዎቿ’ እነሱ በሚገባቸው ቋንቋ) ኑሮንም ሆነ ፖለቲካን የሚያውቋት በተላላኪነትና በቅጥረኛነት ብቻ ስለሆነ፣ ሰዉ ሁሉ እንደነሱ ተላላኪ፣ ሰዉ ሁሉ እንደነሱ በሆዱ የሚያስብ ምንደኛ፣ የሆነ ይመስላቸዋል። ሰው በምንዳና በመላላክ ብቻ እንደማይኖር ለማስረዳት፣ ማንዋል (manual) ጽፈን በአለቃቸው በኩል ማስነገር ይጠበቅብን ይሆን?

#ምንደኛና_ውሻ_በላበት_ይጮሃልና_ጩህ!


#Gooroo_Muxii (Inbox)

“Qeerroo Aanaa Gooroo Muxii.

“Poolisiin Koraa bitinnessaa jedhamuu kanaan Duraa kan Beekamuun Nageenya Ummataa eguun,Seera Kabachiisuun Beekamuu ammaa Garuu Magaalaa Gooroo keessaatti Poolisiin Koraa Bitinnessaa jedhamuu Nageenya Ummataa keenya Balleessun ,Seera Cabsuun akka barbaadan Nama godha jiruu.

“Dubartii Uleen akka Malee Tummani Qaama Hormaata ishii irratti Miidha hamaa fidanii Jiruu.

“Haadha Fi Abbaa Keenya,Obboleettii Fi Obboleessa keenya tumaa jiruu.
Kanaafuu Ergaa Qaamni Nageenya Nageenya kabajuu Dhiisee Nageenya Aanaa Gooroo Balleessuu Filatte Maal gochuu Dandeessaa ?
Poolisoota Gooroo Muxii Keessatti Ummataa keenya Dararaa Jiruu Maqaa,Suura, Iddoo Dhalootaa, isaanii ,iddoo duraan hojjechaa turaan Wajjin Qeerroo Oromoof Ibsa gona akka tarkaanfii irratti Fudhatamu.

“Kanaafuu Qeerroo Keenya Aanaa Gooroo Muxii hundaaf Namni Tokkoo Nama tokkoo ta’uu qaba waan Dandeessaniin Of Irra dhorka.Qeerroon hundii Mancaa Kee Qaradhuu Itti qophi.

“Abbaa Torbe Jalqabuuf Qophiidha.

Tsegaye Ararssa

ኢትዮጵያዊነት በብሄሮች ተዋጽኦ የተዋቀረ ህብራዊ ውህድ ናት ካልን ለብሄሮች በችርቻሮ የሚታደል ማንነት ከየት መጣ?


#inbox
የስልጤ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት ታፔላዎችን መትከል መጀመራቸውን ገልጸዋል ።
#ፌደራሊዝም_ይለምልም
#አምቤሆ

Ejjeetto tube


#Finfinnee (Inbox)

“Bulchiinsi Finfinnee mannen kondominiyeemii Nara wayyaanee ijaaramanii carraan utuu hin bahiin turan irrati dhoksaan ilmaan nafxanyaaf baadiyaa irraa dhufaa jiraniif akka qoodaa jiru quba qabduu kunis lakkofsa nafxanyaa finfinnee keessa ol guddisuuf,the jedhamee kan godhamaa jirudha erga Abiy dhufee nafxanyaa meeqatu hojiif jecha finfinneeti dacha’e.Taakkalaan maal gochaa jiraa?”

Tsegaye Ararssa

#Jimma #LIMMUU_KOSSAA (Inbox)

“Godina Jimmaa Aanaa Limmuu kossa Keessaatti bifa adda ta’een Maqaa ABO Shaneeti ilmaan Oromoo Hidhaatti guraama jira. addatti kan nama dhibuu baati 8ti ol Osoo manni murtii bilisaan baasee jiru waajjirrii poolisi aanaatti angoosaatin deebisee hidhaa jira.

“Qabiinsi mirga namaa mana hidhaa Sana keessa jiru Kan bareechee nama yaaddessuudha. aanaa limmuu kossaa keessatti mana Seeraan ala Sadii jiraachuunsa nibeekama.
1, Ganda #Gaallee fi #BurqaaGuddina
2, Magaalaa #Ambuyyee
3, Mana Abbaa Ashabbir Goosaye kan magaala #LimmuuSuunxuuti argamuu Keessattidhaa.

“Guyyaa Gaafaa mirgi dhala nama wajira poolisicha dhufeetti Hidhamtoota baati heddu turan lakkosaan nama 13 tahan dhoskuudhaan anga yoona eessa akka jiran hin beekamanu ata’u malee akka odeeffannoon tokko tokko baha jirutti magaala limmuu gannati keessaa Mana Abbaa Qabeenyaa Ashabir Gosaayee nama jedhamu keessaatti walitti qabamanii jiraachunis dubbatamaa jira.

“Namoota bakka dhoskaatti Hidhaman nama 13 keessaa nama 7 Maqaan jaraa kunooti…….

1, #Boontu Seefuu
2, #Girmaa
3, #Huseen
4, #Caalaa
5, #Yaaqumee
6, #Galataa
7, #Shibbiruu kaan maqaa jaraa yeroodhaaf hin argannee yeroo argannee siniif ibsina. jarreen kun ukkaamfamanii jiru.”

ባንዳው ማነው ?

“የማይነጋ” መስሎአቸው፣ የፈጸሙትን የክህደት ተግባር ለመሸፈን፣ ሰውን ‘ባንዳ፣ ‘ተላላኪ’ ሲሉ የነበሩት ብልጥግናዎች፣ ዛሬ ተጋለጡ። ድሮም መላላክን፣ ክህደትን፣ ማስመሰልን፣ እና የአደባባይ ቅጥፈትን የአስተዳደር ስልትና የአኗኗር ዘይቤው ያደረገ ቡድን፣ መጨረሻው፣ ተጋልጦ መዋረድ ነው። The truth will always catch up with you. ገና ለፍርድ ትቀርባላችሁ። And then, as always, we will have the last laugh.

” አብይ የኢትዮጵያን ጥቅም አስጠብቆ እየሰራ ነው ብዬ አላምንም” ፕሮፌሰር ጆን ያንግ Part 2 | ETHIO FORUM

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.