Tarkaanfii ajjeechaa Poolisoota MKII irratti fudhatame:

Tarkaanfii ajjeechaa Poolisoota MKII irratti fudhatame:

Poolisootni Mootummaa Koloneeffataa Impaayera Itoophiyaa, kanneen Uummata Oromoo irratti daba dalagaa turan lama, Dilbata darbe (Onkoloolessa 18, 2020) Magaalaa Naqamtee keessatti, du’aan adabamuu | Ajjeechaa suukanneessaan LMKIIn Uummata Oromoo irratti raawwatamu, jabaatee itti fufee jiraachuu.
#RSWO – Onk 21, 2020