Artistii Caalaa Bultumii fii Jaafar Yuusuf Yeroo gara South Africa dhufan, akka video irraa dhageeffattan

Artistii Caalaa Bultumii fii Jaafar Yuusuf Yeroo gara South Africa dhufan, akka video irraa dhageeffattan

Artistii Caalaa Bultumii fii Jaafar Yuusuf Yeroo gara South Africa dhufan, akka video irraa dhageeffattan kana jechuun dhaamsa Jaallawan Qabsoo Oromoo WBO keessatti isaan biraa hafan itti dhaammatan, ifaan ifatti Hawaasaa Oromoo Afrikkaa kibbaa duratti dubbatan. Jaallawwan koo Qabsoof manaa baatanii jirtan Rabbiin Bilisummaan isinii fii Ummata Oromoo haa gammachiisu!!