Sabaa fi Sab-lammootni Impaayera Itoophiyaa keessa jiraatan waa’ee Uummata Oromoo hangam beeku?

Sabaa fi Sab-lammootni Impaayera Itoophiyaa keessa jiraatan waa’ee Uummata Oromoo hangam beeku?

Kora Waltajjii Marii Oromiyaa Idil-addunyaa – Mirga Hiree Ofii Ofiin Murteeffannaa Sabaa fi Sab-lammootaa ilaalchisuun (Oromia Global Forum (OGF) Conference – In Defence of the Rights of Nations & Nationalities to Self-determination (Part 3 of 3).
Adoolessa 31, 2020


የዶ/ር @Birhanemeskel aebbe segni ከታች ያለውን ቪዲዮ አስታወሰኝ
“ሰበር ዜና፣

በመላው ኢትዮጵያ የነፍጠኛው ስረዓት የጫነብንን ቋንቋ አንጠቀምም የሚል አድማ ልጠራ ነው ተባለ።

ጀዋር መሃመድ “ለነፍጠኛው ስረዓት ፍ/ቤት እውቅና አልሰጥም”፣ “በአማርኛ ቋንቋ አልዳኝም” ካለ አስተርጓሚ ይቀርብለታል የሚሉ አስተያየቶች የሚሰጡ የዋሆች በብዛት እያየን ነው።

እነዚህ “ምን ችግር አለው፣ አስተርጓሚ ይቁምለታል” የሚሉ የዋሆዎች ምላሽ፣ በኢትዮጵያ ምን ያህል የኢትዮጵያ ብሄር፣ ብሄረሰቦች “የማንነት(identity) እና የልከበር ባይነት (diginity) ጥያቄ” በአማርኛ ተናጋሪዎች ዘንድ ግንዛቤ እንዳላገኘ ትልቅ ማሳያ ነው።

ብዙዎች እንደሚያውቁት ጀዋር መሃመድ አማርኛ ከአንድ ከጎጃሜ እና ጎንደሬ የተሻለ ይናገራል።

ጀዋር፣ እንደ ኦሮሞ ህዝብ ሁሉ ለአማርኛ ቋንቋም ሆነ ለአማራ ህዝብ ክብር እንጂ ጥላቻ የለውም።

የጀዋር ሙሃመድ “በኦሮሚያ እንብርት፣ በሸገር ላይ በኦሮሚኛ እንጂ በአማርኛ አልዳኝም የሚል ጥያቄ የሚመነጨው፣ አማርኛ ካለመቻል ሳይሆን፣ በኦሮሚያ ምድር፣ በገዛ አገሬ ላይ በገዛ ቋንቋዬ እንጂ የነፍጠኛው ስረዓት በጫነብኝ ቋንቋ አልዳኝ ከሚል
ጥልቅ የኦሮሞ ህዝብ የማንነት(identity) እና የእንከባበር(diginity) ጥያቄ እና የነፍጠኛውን ስረዓት ለማፍረስ ከመወሰን እንጂ አማርኛ ከመጥላት የመነጨ እንዳልሆነ።” አንድ ከፍተኛ የጀዋር መሃመድ የህግ አማካሪ አስታውቀዋል።

ለጉዳዩ ቅርበት ያላቸው ሰዎች እንደነገሩኝ፣ ይህ የጀዋር መሃመድ አቋም የተናጥል ጉዳይ እንዳልሆነም ምንጮቹ አክለው ገልፀዋል።

እንደ ምንጮቹ ገለፃ ከሆነ የጀዋር መሃመድ ዕቅድ በተናጥል የሚወሰድ የግል ጉዳይ ሳይሆን “የትልቅ አገር አቀፍ የኢትዮጵያ ብሄር ብሄረሰቦች የማንነታችን ይከበር ፣ ቋንቋችን ይነገር ፣ የነፍጠኛው ስረዓት ይፍረስ ጥሪ” አካል እንደሆነ ታውቋል።

እነዚሁ ለጀዋር ሙሃመድ ቅርበት ያላቸው ምንጮች እንደገለፁልኝ፣ በቅርብ ጊዜ በመላው ኢትዮጵያ ያሉት የኢትዮጵያ ብሄር፣ ብሄረሰቦች በሙሉ በአንድነት “ለማንነታቸው(identity) እና ለክብራቸው(diginity) ሲሉ የነፍጠኛው ስረዓት በጫነብን የአማርኛ ቋንቋን በትምህርት ቤት፣ በስራ ቦታ እና በሃይማኖት ተቋማት” ያለመገልገል አድማ እንደሚጠሩ ታውቋል።

ለጀዋር ሙሃመድ እና ለዚህ አገር አቀፍ አድማ ቅርበት ያላቸው ምንጮች እንደጠቆሙት፣ የኢትዮጵያ ብሄር፣ ብሄረሰቦች ይህን “በአማርኛ አንገልገልም አድማ ለመጥራት እያቀዱ ያሉት ለነፍጠኛው ስረዓት ካላቸው ጥልቅ ጥላቻ እንጂ፣ ለአማርኛ ቋንቋ እና ለአማራ ህዝብ ክብር እንዳላቸው ” አክለው ገልፀውልኛል።

በዕቅዱ መሰረት ይህ “አገር አቀፋዊው ለማንነታችን እና ለክብራችን ስንል የነፍጠኛው ስረዓት የጫነብንን ቋንቋ አንጠቀምም” አድማ በመለው ኦሮሚያ፣ በትግራይ፣ በሶማሌ፣ በአፋር፣ በሲዳማ፣ በሁሉም የደቡብ ብሄር ብሄረሰቦች፣ በጋምቤላ፣ በቤኒሻንጉል እና ጉሙዝ ክልሎች ተፈፃሚ እንደሚሆን ታውቋል።

አድማው የሚጀምርበት ቀን ገና ያልተወሰነ ቢሆንም ከመስከረም 30 በኋላ አሁን ያለው መንግስት ህጋዊነት ያበቃል ከተባለው ጉዳይ ጋር አድማው ልያያዝ እንደሚችል ስለጉዳዩ መረጃ የሰጡኝ ምንጮች ጭምጭምታ መስማታቸውን ጠቁመዋል።

የአማርኛ አንጠቀም የሚል አገር አቀፍ አድማ ሲጠራ፣ ጽህፈት ቤቱ ሸገር የሚገኘው የነፍጠኛው ስረዓት መንግስት የሚያስተዳደረረው አገዋ ምድር እና ቅማንትን ሳይጨምር፣ “ጎጃም እና ጎንደርን” ብቻ እንደሚሆን ይጠበቃል።

ጎጃም እና ጎንደር አድማውን ከተቀላቀሉ አገርቷ ሙሉ በሙሉ እንደሚትዘጋ ለዚህ ጥብቅ ውይይት ቅርበት ያላቸው ምንጮች ገልፀዋል።

አገሪቷ በአድማው ከተዘጋች ሸገር የሚገኙት የመንግስት ሰራተኞች “ሸገርን ማስዋብ” በሚል ፕሮጄክት የፀዱ የሸገር ቆሻሻ ወንዞችን በመጎብኘት ጊዚያቸውን እንደሚያሳልፉ ይጠበቃል።

የአድማውን አፈፃፀም ዝርዝር መረጃዎች እንደደረሱን በሂደት የምንገልፅ ይሆናል።

የግርጌ ማስታወሻ፣

በአድማው ላይ ለአማርኛ ተናጋሪ መረጃ ለመስጠት በማሰብ፣ በግሌ አድማውን ላለመቀላቀል እያቅማማው ነው።

አድማው በዲያስፖራ ያሉትን ኢትዮጵያዊያን እንዴት እንደሚያጠቃልል ገና እየተመከረ መሆኑም ታውቋል።”

Tamiru L Kitata

Sagantaan keenya Jimaata galgalaa eegaleera, caqasaa!


Wellisaa Jaagamaa Taaddalaa : “Du’eera jedhanii kosii keessatti na gatanii deeman”

SIRBA ISAARRAA KAN FUDHATAME

Sirboota ‘lookoo Bulloo’ fi Eelee Sibiilaa jedhaniin daran kan beekame weellisaa Jaagamaa Taaddalaa, torbee dura guyyaa Jimaataa namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen reebichi cimaan irra gahuu BBC’tti hime.

Akkaataa itti reebame yoo ibsu “dura naa bilbilamee ‘qaama tikaa irraayii haala yeroo irratti si dubbisuu barbaanna’ naan jedhani” jedha weellisaan kun.

“Gara Birbirsa Gooroo (Piyaassaa) akkan dhufu natti himan. Tole jedheen Laga Xaafoo irraa gara Birbirsa Goorootti imala eegale” jedha.

Bakka Magganaanyaa jedhamutti taaksii irraa bu’ee taaksii kan biraa gara Piyaassaa deemu qabachuuf wayita jedhu namoonni hin beekamne akka dinqisiifataa isaa ta’anitti dubbisuus hima.

“Akkuma na arganiin ‘Jaagii Lookoo Bulloo’ jedhanii na dubbisan. Ani namoota kana hin beeku, tarii dinqisiifattootuma kiyya ta’u jedheen amane.”

“San booda bakkan deemu na gaafatanii itti himnaan isaanis garas akka deemanii fi isaan wajjiin akkan deemu na afeeranii konkolaataa isaanii seene” jedha.

Konkolaatichi imala gara Birbirsa gooroo osoo hin taane kallattii biraarra waan deemeef akka isa buusaan gaafannaan, “duubaa fi fuulduraan na tumuu jalqaban” jedha.

“Biyya Mootummaan jirutti maaf akkana na gootu maalin balleesse jedhuunis ‘Har’aaf mootummaankee numa’ jedhanii arrabsoo hamilee namaa cabsuu fi reebicha walirraa hin cinne narratti raawwatan” jedha.

Namoonni kunneen yeroo dhiigni afaanii fi funyaaniin na yaa’ullee garaa naaf hin laafne kan jedhu Jaagamaan, yeroo muraasa booda of wallaalee waan tureef waan ta’e akka hin yaadanne dubbata.

“Sa’aatii 10’tti kan na reebuu jalqaban. Halkan keessaa sa’aatii 4’tti yoon of baru magaala keessaa na baasanii bakka kosiin itti gatamu maasii qonnaa tokko cinaatti na gataniiru.”

“Du’eera jedhanii kosii keessatti na gatanii deeman” jedha.

Weellisaa Jaagamaan sirboota aadaan beekamu yoo ta’u sirbi qabsoo inni bara 2015 gadi dhiise ‘Eelee Siibilaa’ jedhuun jaalatameefi ture.

Jagema Tadele – Eelee Sibiilaa NEW 2015 (Oromo Music)

(bbcafaanoromoo)–Gargaarsa namootaatiin bakkichaa kaafamuu fi reebichaan alatti qabeenyi isaa kamuu akka jalaa hin fudhatamnes himeera.

Namootni kunniin wanbadee magaala keessatti gurmaa’anii namoota dhuunfaa haleelan malee akka dura jedhan qaama tikaa mootummaa akka hin taane haala isaanii irraa hubadheeras jedha Jaagamaan.

Reebicha irra gaheen lafee dugdaa fi laphee isaarra miidhaan cimaan waan gaheef yeroo ammaa kana gargaarsa maatii isaatiin yaalamaa jiraachuu BBC’tti himeera.

Miidhaa irra gahe kana qondaalota nageenyaa dhuunfaan beekutti himatus eenyummaan namoota isa reebaniin wal qabatee wanti bira gahame hin jiru.

Aartiistonni Oromoo magaalaa Finfinnee keessa jiraatan yeroo adda adda arrabsoo fi reebichi akka isaan mudatu himu.


Dirree Incinnii irraa.
Abbootii seeraa fi Abbootii Alangaa Poolisiin Humna Addaa Abiy jilbaan deemsissaa uummata Magaalaa fuunduratti uleen tumuun calqabame.

KMN:- Adoolessa 31/2020

Abbootii seeraa fi Abbootii Alangaa Police’n Umna Addaa Abiy jilbaan deemsissaa uummata Magaalaa fuunduratti uleen tumuun calqabame.

Kibxata dheengadda eega reebamanii booda Guyyaa tokkoof Waajira police Magaalchaa tti hidhamanii gad lakkiffaman jedhu maddeen KMN.

Sababni reebichaas Maqaa ABO fi KFO deeggartuu jedhuun yakka tokko malee namoonni 20 ol ta’an ji’aa tokkoo oliif hidhaa keessa jiru.Qaamni police Aanichaa jara kana hidhe ragaa qabatamaa itti dhiyeessuu waan Hin dandeenyeef Manni murtii Aanichaa Mirga wabii eegeefii akka gad lakkiffaman ajaje.

Poolisiin Aanichaa Hin gallakisu jechuun poolisii humna Addaa itti erguun..
1ffaa,Abbaa seeraa-Tasfaayee Magarsaa. 2ffaa,Taammanaa Deeressaa.Abbaa Alaangaa.
3,Dajanee Badhaadhaa.Abbaa Alaangaa kan jedhaman irratti Gocha suukkanneessaa irraan gahanii jiru. Ummata fuulduratti reebanii Jilbiibbiidhaan ofuun isaanii dallansuu guddaa hojjettoota biroo Irratti uume jira. Dabalataanis Akka God/Sh/lixaa tti hojjetoota mana murtii biraatti mormii guddaa uumaa jira.

Baruma wayyaanee TPLF sana illee yakki akkanaa Abbotii seeraa irra gahee Hin beeku.
Amma Bara Abiy kana eega Manni murtii Olaantummaa seeraa Hin kabachiifne Maaf Hin cufamu Manni murtii? Jechuudhaan yaada isaanii nuun gahan maddeen KMN.


Isa akkanaa maaf qeeqxu jettanii booda afaan babbanuu irra durumaan maaliif gorsitanii hin qajeelchitan?

Fayyisaan Kun Abiyyii, Taayyeefi Fardicha Geetaachoo Raddaa(Shimellis) sanii waliin oromoo ajjeesaa hinjiru jettuumee amma?

Tulluu Hiyyeessaa