OROMIYAA: LABSA XUMURA GABRUMMAA!!

OROMIYAA: LABSA XUMURA GABRUMMAA

Waamicha Fincila Diddaa gabrummaa(FDG)tiif godhame.

Beenu,beenu yaa WBOkoo Waaqayyoon guddaa milkii siif haatolchuu!


Marsii Aboomaa-Ela Gootaa New Ethiopian Oromo Music 2020(Official Video)


«የወደቀ ሞራላቸውን ለመጠገንና ህዝቡን ለመሸወድ ሽሬን ይዘናል ምናምን ይላሉ። እኛ ግን ጠላት ባበጀልን መንገድ ሳይሆን እኛ ባዘጋጀንላቸው ወጥመድ ውሰጥ አስገብተን እንቀብራቸዋለን። እየሆነ ያለውም እሱ ነው።» ተጋዳላይ ገብሩ ገ/ፃዲቅ
የትግራይ ኮሚኒዩኬሽን ጉዳዮች ቢሮ
መቐለ ሕዳር 2013 ዓ.ም
 
 


Oromoo dhagahi!
Qeerroo dhagahi!
Kaadireen Bilxiginnaa waamicha Fincila xumura gabrummaa uummatni Oromoo mootummaa nafxanyaa kana irratti labsamee jiru uummata burjaajessuuf jettee akka waan deeggarsa TPLF waamameetti olola sobaa oofaa jirti.
 
Ololli isheen deemsisaa jirtu karaa miidiyaa qabdu hundaan, magaalota Oromiyaa keessatti karaa kaadirootaa sagalee guddiftuun deemanii hiriira uummati Oromoo bilisummaa isaaf walabummaa Oromiyaa mirkaneessuuf waammate kana kallattii jijjiiruuf dhama’aa jirti.
Qeerroon bilisummaa Oromoo fi uummati Oromoo miidiyaa hawwaasaa kana fayyadamu hundi hawwaasa naannoo isaa kaayyoo Fincila xumura gabrummaa kana hubachiisuun qophii barbaachisu uummati akka godhu jechaa. Miidiyaaleen Oromoo kan sabaaf hojjetan hundi akkasumas Aktiivistooti Oromoo sa’aatii ga’aa irratti fudhachuun hubannoo namootaaf akka kennitan dhaamsa keenya dabarsina.Duulaa Mulgeetaa irraa
 

Khan humna qabu yeroo hunda khabajamaa dha!
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.