OPDOn: Wanti jijjiirame maqaa qofa!

OPDOn: Wanti jijjiirame maqaa qofa!

Magaala naqamteetti maaltu ta’e jennee namoota ragaa nuuf qulqulleessan hedduun soqnee odeeffannoon arganne akkas jedha..!

“Sochoonee ragaa guutuu argachuuf halli jiru hin mijanne. Garuu ijoollee isaanii keessaa tokko ajjeefamee jira. Isa abbaa torbeetu ajeese jedhaniitu nama reebaa jiru nama argatan hundatti dhukaasu. Nama hedduus reebaa jiru keessattuu ijoollee dhiiraa umrii ijoollummaadhaa hanga ga’eessaa jiran yoo argan ni dallanu”

Jedha ergaan arganne.

Via: Habtamu Tesfaye Gemechu


Wanti jijjiirame maqaa qofa!

Ferhan Abdulselam