Odeefano ijoo fi Milishootnii fi Hidhattoonni Addaa Naannoo Amaaraa baay’inaan 80 ol ta’an, Kaaba Shaggar

Odeefano ijoo fi Milishootnii fi Hidhattoonni Addaa Naannoo Amaaraa baay’inaan 80 ol ta’an, Kaaba Shaggar

Odeefano ijoo fi Milishootnii fi Hidhattoonni Addaa Naannoo Amaaraa baay’inaan 80 ol ta’an, Kaaba Shaggar, Ona Hidhabuu Abootee irraan, gara Oromiyaatti seenuudhaan, WBO sakatta’uu fi Uummata Oromoo hidhannoo hiikkachiisuu irratti bobba’anii jiraachu


Oduu Gaddaa
Waraanni shororkeessaa bilxiginnaa dargaggoo Asaffaa Kushii mana hidhaa Fiichee keessaa baasuun ajjeesanii laga Jammaa jedhamutti gatan.
Bakki dhaloota Asaffaa Kushii, Salaalee aanaa Darraa ti.
 

Lataa Qana’ii – Irra Marsi -Walaloo Jaal Marroof Walaleesse – New Oromo – Walaloo Haaraa


Magaalaa Siree tohatanii ‘live’ darbaa jiru
Warra dhiitichoof osoo miilli ol hin ka’iin dugdi dhukkee keessa ciisu.
Goota kana vidion isaa Baatii tokko marsaa hawaasaa Irraa naannawaa ture.akka itti warra abbaa isaa irraa ajeesan hunda Aaloo abba ba’uun ajjeese sodaa tokko malee diina dura taa’ee dubbatee ture
Maqaan isaa #Asaffaa Kushi jedhama. Dhalootan
Salaalee Aana Darraati.
Humni Waraana Bilxiginnaa Mana Hidhaa #Fiicheeti baasee laga #Jammaa geessee achitti ajjeesee gate.jedhu gocha nama rifachiisu dha
Qabsaa’aan kufus Qabsoon itti Fufa.

Gadda
Harargee Lixaa aanaa Habroo, araddaa Weennee Guddoo keessatti waraanni faashistii pp Qonnaan bulaa, abbaa ijoollee kan tahe Mahaammad Daadhii nama jedhamu,
“Qawwee qabda fidi” jechuudhaan rasaasaan dhawanii ajjeesan.


 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.