Obaamaa fi Ijoollee:- Pirezdaantiin Yunaaytid Isteets, Baraak Obaamaan

Obaamaa fi Ijoollee
Pirezdaantiin Yunaaytid Isteets, Baraak Obaamaan gadaa isaa fixatee angoo irraa bu’uuf guyyoota 15 qofatu isa hafe. Yaadannoowwan bara bulchiinsa isaa keessa harra mee suraawwan inni joollee wajjin ka’e kana sin affeerra!