Ofii nu dadhabnaan maraataa ollaattin nutti duulaa jiran. Wayyaaneen Abdi Ilee duubaan weerara nutti bante, jarri kaan ammoo jaanjoo Laareebo jedhamu ololaaf nutti bobbaasan. Akeekni jara lachuutu takkuma. Suduudaan waan nu dadhabaniif lola moggaa (proxy) filachuun olloota nu waliin cunqurfamaa turaniin walitti nu buusanii ofiif fira horachuudha. Kanaafu deebij kenninu keesaatti waan namni dhama’aan tokko jedheen aarree waan saba ollaa keenyaa tuqu dubbachuu irraa of eeguu barbaachisa.
Via – Jawar Mohammed