Ndlovu Youth Choir – We’ve Got This – Fight against Coronavirus/COVID-19
Qaama Miidhamtoota( Namoota Gurraan hin dhageenyeef) Odeeffannoo dhimma Corona Vaayirasiin wal qabatee fi haala ittisa isaa ilaalchisuun hubannoodhaaf akka toluuf odeessa qophaa’eedha.Namoonni rakkoo Gurraan hin dhageenyee qaban naannawa keessan yoo jiraatan,odeessi kun isaan bira akka gahu godhaa.
====================
መስማት የተሳናቸው ሰዎች በአካባቢያችሁ ካሉ በዚህ መንገድ መረጃው ይደርሳቸው ዘንድ እባካችሁ ይህን ቪዲዮ ሼር አድርጉላቸው!
Via- Meaza Melaku