Mormi Qeerroo Awwaday: Hidhamtoonni siyasaa hundi ha’ hikammani jedhu.




ONN:Oduu Amma Nu-Dhaqqabeen Baha Oromiyaatti Oromota Magaalaa Wacaalee Kessatti Hojjchaa jiran qabenya Isaanii irraa Saamanii Ilmaan Oromo nama 30tti shallagaman fuudhanii dhabamsiisanii jiru.

Mormi Qeerroo Awwaday: Hidhamtoonni siyasaa hundi ha’ hikammani jedhu.


Qeerroo Oromoo tana dhaggeefadha ofitta Amanamummaa isaanii fi gootummaa isaaniin gama tokkoon gammachuun natta dhaga’amee gama biraatiin ijoollee tana caalatti ijaaruu fi waan guutamuufii qabu guutuun dirqama ta’uu hubadhe. StopLiyuPolice