Mootummaan kun Mootummaa Oromooti jedha jaarsi duuti isa balfe Leencoo Lataa jedhaniin kun!

Mootummaan kun Mootummaa Oromooti jedha jaarsi duuti isa balfe Leencoo Lataa jedhaniin kun!

Oromoon kan barabaraan gabrummaa keessati hafte midhaan ishee Adunyaa biratti dhagahamuu dhabe inni guddan sababa gantuu fii abbaa garaa baay’atuuf

NEW Oromo Music Album 2019 By Gelana Garomsa All Tracks None Stop Albama Guutuu Galaanaa Gaaromsaa


Qawwee Malee


Tsegaye Danda’aa


“Qeerroo magaala #Awwaday keessatti hidhatoonni #Bilxiginaan nurraa ajjeessan sirna gaggeessa awwalcha isaani gaggeffame
maqaa isaani
Hayyuu yuyya sufiyaan
Musaab Nasraddiin
qabsawaan nikufaa qabsoon itti fufa”


Warrikun Makkalaakeyaa bira Daangaa Tigraay deemanii geeraruu fi dhichisuuf qophii godhaa jiraatu isaaniitu himame.yoo biyya Tigree deemanii achitti dhuman boru gaddaa boo’icha hin dandeenyu nuti.