Mooraa Walloo yuunversitii keessa waan jiru quba qabduu laata?

Mooraa Walloo yuunversitii keessa waan jiru quba qabduu laata?

Mooraa Walloo yuunversitii keessa waan jiru quba qabduu laata?

Kaleessa gaafa guyyaa 22 baratota oromotif Ilmaan tigiree gidduutti lolli ka’ee ture kanaaf karaa VOA ta’e karaa miidi’aa garaa garaa Osoo qorattanii! Ijoolleen keenya mana hidhaa Waajjira poolisii 5faa( 5nya Polis xabia) Fi Kaambii kora bittinneessaa naannoo buwaambaa jedhamuutti dararamaa jiru. Ijoolleen OROMIYAA irraa dhufne yoo dhaqnee dubbisne itti nu dabalu nuti harki caalaan keenya afaan amaaraa Hin beeknu. Mucaan Horroo guduruu Wallaggaa irraa dhufe tokko EDA galgala karra irratti qabanii reebanii du’aaf Jireenya gidduu jira! Nuun warraa Hin qabamin jiru immoo mooraa keessa deemuun nu doorsisaa jir!!

Via Adam Misoma