Miseensootni mufannaa xixiqqaaf jeettani bakke jiirtaniis dhaaba

Miseensootni mufannaa xixiqqaaf jeettani bakke jiirtaniis dhaaba keessanitti deebi’aa, rakkoo dhaaba keessani keessa ta’aa furaa, WALUMAAN BAREEDNA!

WBO! WBO! WBO
Abdi fi gachanni uummata Oromoo WBOn guyyaa WBO bara 2017 haala ho’aan kabajate!!

Miseensootni fi deeggartoonni ABO guddiina WBO irratti maallaqa keessan invest gootan WBO guyyaa irraa guyyaatti jabaachaa deemaa jiru argu keessaniif BAGA GAMMADDAN!

Hooggantootni ABO dhaaba kana hookkara keessaaf alaa irraa tiksiitani dhabama irraa hambisu keessan fi akkasuumas mooraa qabsoo Ormomoo itichu keessaniif GALATOOMAA!

Miseensootni mufannaa xixiqqaaf jeettani bakke jiirtaniis dhaaba keessanitti deebi’aa, rakkoo dhaaba keessani keessa ta’aa furaa, WALUMAAN BAREEDNA!

Via: Musa Dawud