Marii Obbo Jireenyaa Guddataa waliin, dhimma weerara dhibee Coronavirus ilaalchisuun taasifne | RSWO
BB$:Amaloota dhukkuba koronaa vaayrasii irratti ogeessa fayyaa Dr Caalaa Ol’aana fi kan dhiheenya kana dhukkubsatee jiru Dargaggoo Jaafar Abdullaah waliin marii goonetti dhihaadha
Dhaamsa Gaazexeessitoota OMN
Garaa jabinni Bilxiginnaa fi Minilik, Oromoo irratti tokkuma. Yeroo rakkinaa kanatti namni bilbilee maatii isaa odeeffachuu hin danda’u. Waan maatiin kee keessa jiru kan quba hin qabne hirriiba akkamii rafta. Kan achi jiru odeeffannoo addunyaa quba hin qabu. Kana caala garaa jabaachuun jiraa? Namni namummaa qabu kana godhaa? Gara jabinni hangana gayu maali?
Daa’ima waggaa 11 Seenaa Mararaa jedhamtu magaalaa Baakkoo keessatti waraana mootummaan qabamtee hidhamte
Aboo, Dinquu Dayyasa Eysaa Jiraa? #Malif-Biriyara Basasan? Dr Malikeysa Mal Baleeysee Hojiraa Arian?