Manni Murtii Federaalaa Namoota Haleellaa Dirree Masqalaatti Raawwatan Jedhe Irratti Adaba Mure

WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)—Manni murtii federaalaa dhaddachi tokkoffaan heeraa fi yakka farra shororkeessummaa namoota 5 balleessaa itti mure irratti hidhaa waggaa 5-umurii guutuun adabee jira. Manni murtichaa yakkamtoota kana irraa ol iyyannaa balleessaa salphisuus simatee jira.