Maastar plaaniin Finfinnee dhiyeenya ni ragga’a jedhame
Tuffiin kana caalu eessa jira
Bara baraan tooftaa sanyii keenya
Lafarraa daguuganu barbaadu
Duunee maqaan oromoo jedhamu lafarraa dhabamna malee master pilaaniin finfinnees hin ragga’u
Mootummaan woyyaanee nun bulchitu
Asii biyya keessaa bineensi ilkee nutti qarfataa warri maqaa oromootiin wolnyaattanu nurraa ta’aa
Yeroon kun yeroo abbaa hirree buqqisanuudhaInjifannoon kan ummata oromooti
(FBC) –Finfinnee, Muddee 8,2009(FBC)- Maastar plaaniin magaalaa Finfinnee dhiyeenya akka ragga’u Koomiishiniin Plaanii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Plaanichis dhiyeenya akka ragga’u himaniiru.
Obbo Maatewoos magaalattiin waggoota 10 amma 25tti maastar plaanii ittiin gaggeeffamtu raggaasisuu, waajjiraaleen plaanicha hojiirra oolchan akkaataa kaa’ameen akka hojjetan deeggaruu fi koomiishinii plaanichaa hundeessuun hojiilee itti aanan akka ta’an ibsaniiru.
Koomiishinarri olaanaa Maatewoos Asfaaw, hoggantoota dhiyeenya manni maree magaalattii muude keessa tokko.
oromooti