Murni Nafxanyaa kaleessa magaalaa Maayikaadiraatti awwaala jumulaan argadhe jedhe sun soba tahuun beekame. Diraamaa sobaatu hojjetamaa jira. Kaayyoon diraamaa kanaa mootummaa Tigraay shororkeessaa jedhanii seeraan ugguruuf akka tahes beekameera. Diraamaan walfakkaatu Oromiyaa keessattis hojjetamuuf deema.
Wixineen labsii Kanaas xumuramee guyyoota muraasa keesatti paarlaamaa barri hojii isaa dhumatetti dhiyaatuuf jira. Akka karoora kanaatti jalqaba TPLF, itti aanee immoo ABO farrajuuf jiru.
Gareen Nafxanyaa yeroo dheeraaf TPLF fi ABO Shororkeessaa jedhee ugguruuf qophii xumuraa jiraachuun kun rakkoo siyaasa biyyattii caalatti kan wal xaxaa taasisuu dha.

Genocide Watch is updating its Genocide Emergency Alert on Ethiopia due to this war. – https://t.co/YB4katfgi7 pic.twitter.com/zvNKEAqt0O
— Kichuu (@kichuu24) November 27, 2020
Listen to these neoneftegna expansionist Individuals !!!”ከጦርነቱ በኋላ የአማራ ስትራቴጂክ አጀንዳዎች” – https://t.co/lNQAYEbTTE pic.twitter.com/hTKTELbvRf
— Kichuu (@kichuu24) November 29, 2020