Kun diraamaa miti; kun shororkeessummaa waraanni mootummaa Abiy ti.

Kun diraamaa miti; kun shororkeessummaa waraanni mootummaa Abiy ti.

Humni kun gaafa Gaazexeessitoonni ONN Hoteela Kakuu Maammee keessaa qaban akkanatti itti bobba’anii turan.
Nama nagaan taa’ee hojiisaa hojjetatutti qawween roorrisuun dhumatuu qaba.


Sirni gaggeessaa Qeerroo Roobsan Daanyee Shaggar Kibba Lixaa, Aanaa Bachootti bakka firoottanii fi hiriyoonni isaa jirannitti guyyaa har’aa raawwatamee jira.
Roobsan Daanyee gaafa Artist Haacaaluu Hundeessaa ajjeefamu birmannaaf gara Finfinneetti imalanii ilmaan Nafxanyaatin Boombin itti darbatamee rukutamuun harki mirgaa isaa hojiin ala ta’ee ture.
Yuunivarsiitii Amboo irraa ogummaa Computer Science ‘n digirii jalqabaan eebbifamee kan ture yoo ta’u; sochii Qabsoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo keessatti shoora olaanaa kan taphachaa tureedha.
Biyyeen sitti haa salphatu.

Qophii Addaa Jawar Abiy Jaal Marroo fi Qabsoo Oromoo kuno itii dhiyadha |Moha Oromo

Roorrisaa Geetuu – Manni Abbaan Tola –  Oromo Music 2020 [Official Video]

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.