It seems that Oromia’s police training are torturing the citizens in public instead of protecting them!!
Waan AAkka malee nama dhukkubsaa Hojii poolisii oromiyaa laalaa mee
Koraa Bittimmessaan Oromiya ijollee Godinaa Jimma Anaa Sigimoo Akkaa Saree Gotee Dhalaa Namaa Lafattii dhittii!!!
#Godina_Jimaa Aana sigimo ganda calladuuti ilmaan oromati akasiti itti tabati federal bara 2020 Dr Abiy Ahmed
Kun gochaa hamaa poolisiin mootummaa Abiy Qeerroo irratti raawwataa jiran keessaa kan saaxil bahee dha. Gochaan hamaa kun Godina Jimaa, Aanaa Sigimoo, ganda Calladuutti Qeerroo Bilisummaa Oromoo irratti raawwate. Qeerroon kutattoon garuu gochaa diinaa kana of eeggannoon waraabanii addunyaaf saaxilan.
Galanni isaanii Bilisummaa Oromoo haa ta’u!!
Jaal/#Abbooma Mitikkuu(Abbaa Xiiqii) Jaal/Abboomaa Mitikkuu Qabsa’ota oromoo warra angaafa warri Adda bilisummaa oromoo oromoo hundeessaanii ittis wareegamaaniidha.
Roorroo oromoo irratti rawwatamaa ijuuf falli qabsoo ta’u beekaanii warra lolaanii, lolchisaaa tureedha. Ebla 15/1980 hoggantoota #ABO gareen fiixxaleenyii sumalee shiinniggaati bollaa tokkootti isaan fiixxe keessaa nama tokkoodha. Seenaa wareegamtoota(gootota) ilmaan oromoo keessatti warra bara dhufee darbaa wamamaa jiraatudha.
Jaal/#Abboomaa Mitikkuu (Abbaan Qiixii) oromoota wallaggaatiif utuu hin tanee oromootiif oromiyaatiif shinnigaatti lubbuu isaa jijjirra hin qabne kennee Saba isaatti booree kennuu Amma lafa dhugaa jira. Garuu sabni inni gaafa sana booree itti kennee deemuu sun bayyeen isaanii Koloneel Abiyitti harkaa kennatee gale bayyeen qabsoo oromoo ganee moggaa dhabbatee ilaalaa jira, bayyee isaanii immoo qabsoo fi akeekaa ganamaa galmaaf gahuuf imaanaa dhaloota baatanii deemaa jiru. Warri imanaa dhaloota qabatanii deemaa jiran warraa kaleessa summii itti nyaatee warra qabsoo oromoo ittichee asiin gaheedha.
Yaa oromoo jaal/Abboomaa Mitikkuu lammaffa deebi’ee oromootiif hin qabsa’u kana hin eegina garuu ilmaan miliyoonan horee deeme. Qe’een qabsa’ota abiddaan gubbachaa, raasasaa diinaatin waadamaa jira. Oromootni wallaggaatti karri dhoksaati cufaamee, internet fi bilbila ugguramanii dararaa hamtuu keessatti rakkachaa jiru. Haati reefa ilmoo isheeti awwallachuu dhorkama jirti. Har’a waan amerikaa keessatti ta’u warri finfinnee keessa jira daqiqaa tokkoo keessatti dhaga’uf carraa qabu, waan soriyaa keessatti ta’u, waan chayinaa keessattis ta’u beekuun salphaadha.
Garuun finfinnee ta’anii waan beegii, Gidaamii, Mandii, Qilxuu Karraa, Najjoo, Gimbii, Dambii dallootti waan ta’a jiru beekuu garuu tasumaa hin danda’amu. Motummaan yakka lixa oromiyaa keessatti hojjechaa jiru dhoksuuf jechaa qunnamtii ummata irraa kutee moggaati baasee itti roorrisaa jira.
Yaa oromoo waan hin darbinee Addunyaa keessa hin jiru, guyyaa rakkinatti waliif dirmaadhu, Wal jabeessi, sagalee waliif haa tanu.
Rakkoo har’a Wallaggaan keessa jiru bor siif hin hanqatu. Gujiinis rakkoo Wal fakkatu keessatti roorrifama jira.
Oromoon waan gaafate beeka waan gaafate argatee malee nagaan impayeera sana keessatti hin dhufu.
#Lafa dhugaan hin jirre nagaan hin jiru.
IUOF!
Oddu gadisisa #Jafar_Abdullah Dhukkuba Corona vaayirasin Qabameera
Du’aa’ii Godhaafi
Rabbiin siha fayyisuu
Balallii kan dhaaban ummataaf yaadanii osoo hin taane addunyaan guutuun waan balabal ufii cufataniif awuropphaan ameerikaan biyyootiin arabaa hunduu lammiilleen biyya alaa akka nutti hin seenne kan jedhanii dhaaban torbee dura mee MM abiyyi balallii dhaabuu baatee eessa deemuuf addunyaan hundi cufaadhaadha diraamaa xixiqqoon nama sobuuf fakkeessuun waan isarraa hin eegamne osoo ummataaf quuqame dursee yeroo addunyaan hundi dhaabdu san innis tarkaanfii kanabfudhata .