Horrific attack committed against a 17 years old girl by Somali regional gov.




This is Hayat Aliyi Ahmad age 17. This horrific attack said to have been committed against her by official of the Somali regional government in Jigjiga. She is currently at Hiwot Fana Hospital. She is originally from Malka Ball, East Hararge
=======
Miciyyoon Hayaat Aliyyii Ahmad jedhamti. Dhaloonni isii Harargee Bahaa Aanaa Malkaa Balloo araddaa Mullisaa Haqaati. Yakki suukanneessaan kun qondaala naannoo Soomalee tokkoon irratti raaw’atame. Yeroo Hospitaala Hiwot Fana Harar jirti. gargaarsa hatattamaa barbaaddi.

 

Via Jawar Mohammed