Harka fuune, Waajjira BBC Afaan Oromoo irraa! Oromoon eebbaan waa bana.




Harka fuune, Waajjira BBC Afaan Oromoo irraa! Oromoon eebbaan waa bana. Eebba fudhadhaa!

Oduun alatti, dhangaa BBC’n isinii dhiyeessu keessaa…
Weellisaa qaro-dhabeessa Finfinnee keessatti masiinqoo taphachaa jiru.🎻🎻
Yeroo dhiyootti!

Oromoon eebbaan waa bana. Eebba fudhadhaa!
BBC Afaan Oromoo guyyoota muraasa keessatti eegala.
Fuula Feesbuukii keenya ‘Like’ godhaa, warra hin dhageenyes ‘Share’ gochuun dhageessisaa.
Baga geessan!



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*