Haawwan Jilaa:Dubaroota Booranaa faayaa fi uffaata aadaa isaanitiin bareedanii Jila Baallii baranaa irratti hirmaatan keessaa. {Suuraa Amansiisaa Ifaa}

Geerrarsaaf Dubartoota
Artiist Ilfinash Qannootii qabee artiistonni dubartootaa geerraran hedduun maalif “Dubartiin Hin Geerrartuu?” gaafii jedhuun jalqaban? Kun maali’rraa madde? Mari’adhaa!
