Walgahiin Guddichi Giloobal Gumii Oromoo Idil-Addunyaa GGO

Walgahiin Guddichi Giloobal Gumii Oromoo Idil-Addunyaa #GGO Kan Yeroo Dheeraa Eegamaa Turee Guyyaa Har’a Ebla 14/2017 Jalbultii Guyyaa Gootota Oromoo Sababeeffachuun Qabsoo Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Daran jabeessuun Qabsoo Bilisummaa Oromoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi ABOn durfamu Jabeessuu fi Haala Waliigalaa Uummata Oromoo irratti marii baldhaa gochuun Kaayyoo Goototni Oromoo Qaqqaliin Irratti Waareegaman Galiin gahuuf Tumsa waliigalaa gochuu irratti Kan xiyyeeffate Yeroo Amma eegalee jira.

1 Comment

  1. I hope GGO will become a bridge to connect the fragmented Oromo diaspora so that they can contribute or be a meaningful supporters of the Oromo Revolution led by Qeerroo and Qarree.
    Wish you successes!

Comments are closed.