Finfinnee( Addis Ababa)! #Dhagayaatii_Wal_Dhageessisaa!!
Mootummaan Dhukkuba #Koronaa_Vaayirasii to’achuuf jecha namoota ogummaa fayyaa qaban kan soorama ba’an dargaggoota fayyaa barataa jiran hamma dhukkubni kun darbuuf akka cinaa ummataa ta’anii rakkoo ummata orra ga’uuf deemu irraa qolatan waamicha taasisee ture kun waan gaaridha dirqama lammummaa ba’uudha
Ammas dargaggoota hojii tola ooltummaaf fedhii qabaniif waamicha taasisee hedduunis waamicha kana fudhatanii hojitti seenaa joru kanneen bojitti seenanii guyyaa guutuu aduu keessa dhaabachaa oolani ija keenyaan argutti jirra kunis waan gaariidha
Garuu mootummaan har’a dubbii haarayaan gadi bahee jira dargaggoota hojii tola ooltummaati jedhee finfinnee irraa gara naannoleetti fe’uu eegale amma kun dhuguma naannoleen hanqinna dargaggoota isaan taajajilanii dhabanii waamicha qarqaarsaa gaafatan moo sila dhukkuba Kana Raabsuudha?
Akka argaa jirrutti naannoleen hanqina dargaggoo isaan tajaajiluu hin qabdu hanqina meeshaalee dhukkuba kana ittiin to’attuu malee keessaafuu bakka dhibamaa itti qubsiitu dabalatee janqinnoota hamma ogeessaa fayyaafii meeshaa ogeessii fayyaa ittiin of eegee ummata isaa ittiin eeguu hanqina vuddaa qabdi
Kanarraan kan hafe dargaggoota magaalaa tokkoo gara magaalaa biraa raabsuun furmaata natti hin fakkaatu
Dhugaadha qabeenyi biyya tanaa guddaan humna namaati ta’us dhukkuba kana to’achuuf magaalaa tokkoo gara magaalaa biraa dargaggoo raabsuudhaa miti
Rabbi nu haa eegu
Horaa bulaa.
Hiccitii diini Oromoo fi Oromiyaa diiguuf Mootummaa Itoophiyaatiin https://t.co/4UI5HoC03Y pic.twitter.com/bKBli68LIZ
— Kichuu (@kichuu24) April 10, 2020
Marii Radio Sagalee Walabummaa Oromiyaa (RSWO) Haala yeroo irratti Ajajaa WBO Zoonii Giddu Galeessaa Jaal Sanyii Nagaasaa https://t.co/8Un9LJ67B6 pic.twitter.com/QhTgbdR7QQ
— Kichuu (@kichuu24) April 8, 2020
Tokkummaa Tuujjoo Nu fakkaachaa New Oromo Music 2020. Official Video. https://t.co/AGWgKw30Y9 pic.twitter.com/NjGmPjZPCO
— Kichuu (@kichuu24) April 8, 2020