Evil Neonaftenga Abiy Ahmed and his Naftenga accomplices would not hesitate to wipeout as many Oromo people as possible!!

Evil Neonaftenga Abiy Ahmed and his Naftenga accomplices would not hesitate to wipeout as many Oromo people as possible. Remember, they did commit genocide against Kimant and Gumuz. They will not be able to kill us all but they will attempt. They tried it using cultural, economic and physical act of genocide for over a century, they could not. The giant is awake. We will destroy the evil and stand on two feet to build our country.

Biyya Oromiyaa


Body of Haacaaluu Hundeessaa have been taken to unknown location (probably Ambo Hospital). At least four people were killed at Haacaaluu’s family home, including his uncle.

FREEDOM or DEATH!


Oduu Amma Nu Gahe:
Haleellaa humnootiin nageenyaa mootummaa qe’ee maatii qabsaa’aa artiistii Hacaaluu Hundeessaatti raawwataniin maatii Hacaaluu Hundeessaa keessaa namni ajjeefamuun dhagahame.Haleellaa kanaan durbiin Hacaaluu Hundeessaa akka ajjeefame OMN odeeffatee jira. Kana malees hiriyaan Hacaaluu Hundeessaas humnootii nageenyaa mootummaan ajjeefamuun ibsameeti jira. Namoonni hedduun magaalaa Ambootti ajjeefamuutu dubbatama.
Gama biraatiin haleellaa humnootiin nageenyaa mootummaa magaalaa Awwadaayitti raawwataniin namoonni 8 rasaasaan rukutamuu jiraattonni OMNtti himan.

Daa’imni waggaa 10 rasaasaan ajjeefamuun ibsameeti jira. Magaalaa Hararittis namni sadii rasaasaan dhahame jedhu jiraattonni. Magaalota Dirree Dawaa, Kaarraa Miillee, Qarsaa, Machaaraa, Ciroo fi kanneen biroottis hiriirri jabaan adeemsifamaati jira. Magaalaa Shaashamanneettis muddama cimaatu jira jedhu jiraattonni.
Arsii Lixaa Dodolaattis uummanni hiriira mormii baheeti jira.
Namoonni rasaasaan rukutamanis heddu jedhu jiraattonni.
Lubbuun namoota hedduus darbee jedhu jiraattonni.
Dhimma ajjeechaa Oromiyaatti taa’aa jiru kana irratti aangawoota mootummaa naannichaa dubbisuuf yaaliin taasifne ammaaf hin milkoofne.