Daani’eel Kibrati Tokkummaan Muslimoota hedduu nagammachiisa naan jedhe.”Abiyyi Ahmad
It seems Dr.Abiy Ahmed is ready to dismantle Ethiopia!!!!!!!!!
“Jidduu Keenyatti Daaqon Daani’eel Kibrati argama.Daani’eel bakka kanatti argamuu keenya hedduun itti gammada naan jedhe.Maalif jennaan tokkummaan Muslimoota hedduu nagammachiisa naan jedhe.”Abiyyi Ahmad
Soba guddaa hangana gahu ifa galaa namuu beekuu kana namni sobe kan namni hin beeknee hoo hangam takka soba jedhani tilmaamuun salphaadha.Nama biyya bulchurraa kijiba guddaa kana dhaga’uu caalaa wanti nama qaanessuu hin jiru.
Mee maal jettani namicha kanaan fayyaa qaba moo fayyaa hin qabu jettan.?Wanta hin jirre tokko dhugaa fakkeessee waan hunda akkanumatti soba.Nama qalee dhadhaa dibe nama jedhuu bar namichi kun.Amma waa’ee Daaqoon hundi keenyaa waan beeknu kana keessatti gaaromina isaa nuuf ibsuu yaalun nugowwomsuun Abiyyi maal akka ta’ee warri rafee f addaan isiniif baha jedhen yaada.
Dubbiin Abiyyi dubbatu takka dhugaa hin qabdu.
Breaking News
Hiiriri mormii #Daniel_Kibrat magala Finfinneeti Jalqabee jira.

Oduu Ammee!! Yeroo ammaa kana manni Gaazexeessitoota Raadiyoo Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) fi qondaala ABO #Lammii_Beenyaa Poolisii federaalaatiin marfamee sakatta’amaa jira https://t.co/eiMUG3yV1q pic.twitter.com/U2gXnpzgi1
— Kichuu (@kichuu24) March 14, 2020