
“First to be freed” – a view of Eritrea in the 1940’s
“First to be freed” – a view of Eritrea in the 1940’s “Early in 1941, when the army of General Platt was fighting its way up the precipices of Keren and the army of General [Read More]
“First to be freed” – a view of Eritrea in the 1940’s “Early in 1941, when the army of General Platt was fighting its way up the precipices of Keren and the army of General [Read More]
Laga Dambii deebisanii hojiitti galchuuf heyyamni kennameefii jira. KMN:- Muddee 30/2020 Omisha Warqee waggoota dheeraadhaaf qabeenyaa Oromoo saamee fayyadamaa turee fi Mootummaa dhufee darbaaf deeggarsa godhuun beekkamu dhaabbanni Meedirook jedhamu baatii tokko keessatti hoojiitti deebi’uuf [Read More]
Araara Harreefi Waraabessaa Gaaf tokko harreefi waraabessi hanga yoomiitti akka diinaatti wal ilaalla? Ammaan booda lola gidduu keenya jiru dhiisnee walitti yaa araaramnu jedhanii waliigalan. Araarichis maatiiwwan harreefi waraabessaa bakka argamanitti akka ta’u murteessuun beellama [Read More]
Yaa Oromoo numatu isaan tahe malee isaan nu-hintaane!!
Abbichuu [Mucaa] Goota #Salaalee kan hin faarfamne! Abbichuun kan dhalate godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Warra Jaarsoo naannoo Dhaayee Sillaasee jedhamutti bara 1912 ture. Gosti Abbichuu ilmaan Tuulamaa sadeen kessaa Daaccii jalatti argama; Ilmaan Daaccii jalaa [Read More]
#SAY_NO_TO_THE_FINFINNE’S_MASTERPLAN! Akkuma bekkamu bara 2016 Fincilaa gudda biyya kanatyi kaasee jijjirama(miccirama) Kan biyya kanati fide wayee master plan #Finfinneti. Yeroo sanatti akkuma amma kana Hayyota keenya kana biyya buqqisaani,Kan Ajjesaanii Fi Kan hafan Mana [Read More]
They disrespected everything we stand for. Aadaa fi seenaa Oromoo kabajuu didan. #Irreecha2020 #OromoProtests Didne dida Didduutu fala fida. Qeerroof Qarreen Oromoo Irreeffachuuf mana baane waranaa Abiy Iddoo Horaa Finfinnee Danqamnee jirra. uffataa Aadaa, Qarshii [Read More]
Bushooftuutti Irreechi Hora Harsadee namoota muraasa qofaan akka kabajamu taasisamee oole, Hirmaattoota hedduu irraa miirri mul’ataa tures qabanaahaa ta’uu gabaasaan VOA bakka sanatti argame ibsee jira. Namoonni baajii ittiin galinsaa hin qabne hedduun daangaa Bushooftuu [Read More]
Sirna kabaja ayyaana Irreechaa Magaalaa Johannesburg “ኢሬቻ የኦሮሙማ እና የኢትዮጵያዊነት መሰረት ነው…የእያንዳንዱን ብሄር፣ ባህል፣ ሀይማኖት የማታከብሩ ኋላቀር ሀይሎች ኢትዮጵያዊነት አከፋፋይ እናንተ አይደላችሁም። መጀመሪያ ራሳችሁ ኢትዮጵያዊ ሁኑ። ከዚህ ቀደም እንደነበሩት ስርአቶች እናንተም ትፈርሳላችሁ።” ሽመልስ አብዲሳ አሁን [Read More]
Kabaja Irreecha 2020 Hora Har-Sadee suuraadhaan 4 Onkololeessa 2020. Irreechi 2020 kaleessaa magaaaa Finfinneetti kabajamee harra ammoo Magaalaa Bishooftuutti haala ho’aadhaa kabajameera. Hirmaattoota sirnichaa suuraadhaa kunooti. Source: bbc afaan Oromoo
Copyright @2016 kichuu.com