Amboo
Africa

Diilalla:-Amboo xiqqoo Jalqabnerraa!!

Diilalla:-Amboo xiqqoo Jalqabnerraa!! warri #walee #Walisoo #Tullubollo, I #Tajii, #Sabataa Jirtu? Warri habashaa har’a waa’ee abbayaaf Finfinnee keessati hiriira ba’a jiru kaayyoo isaan immoo ajanda kee boru jijjiruuf kanaaf gurra hin laatna! Aduun nafxanyootaa lixaa jirti! Oromo Liberation Front recognises nations [Read More]

Africa

Siyaasa Itoophiyaa: Naannoo Tigraayitti humnoonni nageenyaa agarsiisa waraanaa taasisaan

Siyaasa Itoophiyaa: Naannoo Tigraayitti humnoonni nageenyaa agarsiisa waraanaa taasisaan Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti miseensonni humna addaafi milishoonni hidhatan hiriiraa waraanaa taasisaniiru. (bbcafaanoromoo)–Hiriiricharratti qaamoleen nageenyaa naanncihaa meeshaalee waraanaa salphaafi ciccimaa hidhatanii mul’ataniiru. Hidhatoonni kunneenis daandiiwwan magaalattii [Read More]