Bushooftuutti Irreechi Hora Harsadee namoota muraasa qofaan akka kabajamu

Bushooftuutti Irreechi Hora Harsadee namoota muraasa qofaan akka kabajamu taasisamee oole,
Hirmaattoota hedduu irraa miirri mul’ataa tures qabanaahaa ta’uu gabaasaan VOA bakka sanatti argame ibsee jira. Namoonni baajii ittiin galinsaa hin qabne hedduun daangaa Bushooftuu fi magaalattii keessaa qabamanii of irra deebisamanii jiran,

Bulchiinsi magaalaa Bushooftuu gama isaatiin ayyaanichi nagaan xumuramuu ibsee, daangaan kan itti taasisameef uummatumaaf jecha, jedhee jira. Gabaasaan VOA

Muktar Jemal

, Kantiibaa magaala Bushooftuu Addee Alamtsehaay Shifarraaw fi hirmaattota Irreecha Hora Harsadee amma tokko dubbiseera, daawwadhaa.

Irrechi Hora Harisadee Bushoofituu namoota muraasa qafaan akka kabajan taasifamee oolee jira. Hirmaattota heddu irra miirri qabanaahan muldhataa turee jira. #Ireechaa2020 VOA/Muktaar Jamaal.

Keekiyyaa Badhaadhaa- Barraaq – New Ehiopian Oromo Music 2020(Official Video)


Ittiiqaa Tafarii – Galma Dhugaa New Oromo Music 2020 (Official Video)


OMN: ODUU IJOO (ONK 4/2020)

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.