BREAKING: Kenya records its first death from the coronavirus, the country’s Health minister Mutahi Kagwe says in a statement. #COVID19KE

ODUU Hatattama Oduule Jajjabo Addunya fi biyya kan oromo kuno iti dhiyadha
Bulchiinsi Naannoo Tigraay Labsii Yeroo Hatattamaa Labsee Jira

WAASHINGITAN, DIISII —(voaafaanoromoo)–Faca’iina vaayrasii koronaa ittisuuf jecha labsiin yeroo hatattamaa labsamuun kan gabaafame yoo ta’u kunis heera Itiyoophiyaa keeyyata 93-B irratti hirkachuun ta’uun ibsamee jira. Kunis bulchiinsonni naannoo balaan uumamaa ykn weerarri dhukkubaa yeroo dhaqqabu naannoo isaanii mara keessatti labsii kana labsuu akka danda’an lafa kaa’ee jira jedhameera.
Ajaja Kennamuu Ummanni Fudhachuu Qaba: Kantibaa Hawaasaa
WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)–Faca’iinsa vaayrasii koronaa ittisuuf jecha tarkaanfii mootummaan Federaalaas ta’e kan bulchiinsa naannoo fudhataa jiran uummanni hojii irra akka oolchuuf bulchaan magaalaa Hawaasaa gaafatanii jitu.
Angawoonni magaalatti akka jedhanti uummanni rakkoon akka jiru ituu beekuu of-gowwomsuuf yaaluun yaaddeessaa akka ta’e ibsan.
ODUU Hatattama Oduule Addunya fi biyya kan Oromo kuno salphiin |Abiy Ahmed | jawar Mohamed| kuno
ODUU Hatattama Oduule Addunya fi biyya kan Oromo kuno salphiin |Abiy Ahmed | jawar Mohamed| kuno
AGM: Oduu Hatantamaa(Ethiopiatti Namoonni Koroonan Qabaman 20 Gahan) Yaarabbi..