Albuudaa fi Qabeenya Oromiyaa kan osoo qabnu waan xixiqqaa akka birr 1000 fi 10,000 jennee Scientists keenyaaf kadhachuun salphinna.
Qabeenya Oromiyaa – Kudraa,muduraa,fuduraa, midhaan addaa addaa,Jimaa, Worqii fi Buna Shek Alamudin fi Ilmaan Adewa fi Adigrat itti fayyadamtu gara Misooma Oromiyaatti geeddaraa !
Yoo akkas gootan wanti afaaniin jettan hojitti hiikamee dhugaa ta’a.