Ajjeechaa suukanneessaa [morma muruu fi qaama gad-hafe gubuu] LMKIIn Oromticha irratti raawwatame

Ajjeechaa suukanneessaa [morma muruu fi qaama gad-hafe gubuu] LMKIIn Oromticha irratti raawwatame

Ajjeechaa Suukanneessaa [morma muranii fandhisuu fi qaama gad-hafe gubuu] Oromticha Taarikuu Gabayyoo Ejersaa jedhamu irratti, Konyaa Gujii Lixaa, Ona Surroo Barguddaa, Ganda Makkala Hidha Kormaa jedhamu keessatti LMKIIn raawwatame | Saamicha, hidhaa fi ajjeechaa, ijaarsa Ilmaan Nafxanyaa fi LMKIIn, Konyaa Horroo Guduruu Wallaggaa keessatti Uummata Oromoo irratti raawwatamaa jiru.
#RSWO – Fuulbana 27, 2020