AGM: Bilxiginnaan Damee Oromiyaa fi Amaaraa Wal Nyaataa Jirti???

AGM: Bilxiginnaan Damee Oromiyaa fi Amaaraa Wal Nyaataa Jirti???

Duukam akkanatti oolte. Oromiyaan alaabaa gabroonfataa lagachuu eegalte. Kun mallatoo barii Bilisummaa ti!

Galata!!


Waggoottan hedduuf balbala warra Dhihaa, Russia fi Israel rurrukutuun gargaarsa gaafachaa turanis deeggarsa hin arganne isaan irra. Deeggarsa barbaachaa turan Eritrea irraa argatanii jiru yeroof. Kan boruu borutu beeka


ODUU Hatattama Abiy dhukubsatan Birhanu jula fi shimalis iccitiin Somalia demu |Moha oromo

 

Ilmaan Oromoo Godina Matakkal keessatti haala argitan kana keeysa jiru.

Tulluu Hiyyeessaa


Sibhat Nega hin du’emmoo maaliif akkas jedha namni kun?


AGM:Bilxiginnaan Damee Oromiyaa fi Amaaraa Wal Nyaataa Jirti. Amaarri Liqumsuu Kaatee Jirti.

“ካለ መኖር ወደ መኖር የመጣነው በዚሁ የፌደራሊዝም ስርዓት ነው፡፡”
የሁለተኛው ዙር የፌደራሊስት ሃይሎቸ መድረክ ተሳታፌዎች
 

Eebbitii Keenya akkuma itti fufetti jiraa.


Very painful!
Oromo women have been experienced similar brutality under TPLF oppressive system since 1991.
And now, Tigray women have face similar violations and assault under Abiy regime.
Pray for peace!!


Caalaa Bultumee isa Alaabaa ABO qabatee sirbaa fi dhichisaa ture” hardhammoo Baandiraa minilik jalatti gaafa caffaru arguun ajaa’ibabboo!