Adeemsi tokkummaaf jaalala orumummaa afrikaa kibbaatti eegale;

Adeemsi tokkummaaf jaalala orumummaa afrikaa kibbaatti eegale; gootota sabboontota fii hawaasa oromoo afrikaa

Adeemsi tokkummaaf jaalala orumummaa afrikaa kibbaatti eegale; gootota sabboontota fii hawaasa oromoo afrikaa kibbatti argamaniin galma gahee fakkeenya adunyaa ta’uuf marxifannee kaaneera .
Mee drama ergaa guddoo qabdu mata dureen isii ABBAA ABDII jetuu kan guyyaa kaleeysaa guyyaa OYASAN dhihaatte dramaa gabaabduu artisti fii walaleeysa KAMAAL ALOO tiin dhihaatte keeysa tokko aferamtaniirtu.
Itti fufa hedduu qabnaati nu hordofaan afeeraa kooti.
Galatooma hawaasa oromoo nannawa johannesburg waamicha keenya kabajanii nuuf argamtan hundaaf.
Hanga dhumaatti isin faana jirra……