Addisuu Araggaa har’a dhugaa bahe. Haa galatoomu. Dabballeen jammaariin




Addisuu Araggaa har’a dhugaa bahe. Haa galatoomu. Dabballeen jammaariin suuta jedhaa, adeemsa dubbii jarjaraan osoo hin taane qalbiin hubadhaa!

Oduu VOA Itti gaafatamaan dhimmoota kominikeeshinii bulchiinsa mootummaan naannoo somaalee kan tahe Idiris Ismail akka jedhutti wanti obbo addisu araggaa haasahu kun dhugaarraa kan fagaate jechuun VOAtti himan liyyu police oromiyaa seene ummata oromo fixaa jira inni jedhame dhibbaa dhibbatti dhara jechaa jira qaamoolee hidhatantu oromiyuma keessaa dhufuudhan gara jabeessummaadhan ummata keenya ka somaletifi ummata oromotillee fixaa jiraa qamoleen kun eenyu faadha jennaa adda bilisummaa oromo tifi jawar mohammed faa komataa jira mee dhagaha jara dhamaayyuu tana


በአጎራባች የኦሮሚያና የሶማሌ ክልሎች ግጭት


በምሥራቅ ሐረርጌ ጭናቅሰን ወረዳ ውስጥ ለአራት ቀናት ውጊያ ሲካሄድ እንደነበር የአካባቢው ምንጮች ለቪኦኤ ገልፀዋል።