Abiy maaf Oromoof ABO jibba?

Abiy maaf Oromoof ABO jibba?

Abiy kan Ahmed Ali akkan ta’iin Ahmed ali interview godhe irratti joollee kiyyaan adda baasee laalee hin beeku kan ja’e ragaadha ragaa 2ffaa Kan Ahmed Ali dubbate Dur maqaan isaa Abiyot jedhama boodana narraa jijjiraa ja’ee Abiy baafneef qura’anas qara’uu jalqabe Haasaa BBC wajji godhe
Abbaan Abiy kaasayee balayinee Waraana wayyaaneef basaastuu ture Obboleessi Abiy kadiroon OPDO ture ABOn isaan lachuu dhadheessati ajjeefte sababa kanaan Abiy joollummaa saatti Waraana wayyaaneeti dabalame. Namni Bashaashati dhalate iccitii kana beeka garuu lubbuu saaf sodaata

bilxiginaan muddamsu gudda keesa sente. qeroon hidhamanis 12 bayan waan isaan hin yaadintu mudate xi