The two faces of Reality: in the long journey of the Oromo struggle!

Injiiner Eeliyaas Ibsaa kan OMN keessatti tamsaasa irratti hojjetu yeroo inni Ambaasaaddara Wayyaanee Girmaa Birruu waliin wal gayii qopheessee taa’u viidiyoo agarsiisu. Viidiyoo kana irratti maqaasaa guutuun yeroo yaamamu dhageessu.

Tun Abbaa Duulaa fi ijoollee keenna miti?! ?? gaafas maal mari’itan?