
Warri qabdan naaf hiixadhaa, warri hin qabne Waaqa naaf kadhadhaa
“Warri qabdan naaf hiixadhaa, warri hin qabne Waaqa naaf kadhadhaa“ – Maqaan koo Guiseppe Giovanni (Zambee) jedhama. – Godina Qeellam Wallaggaa, magaalaa Dambi Doolloottin dhaladhee guddadhe – Ijoollummaa koorraa kaasee guddadhee nama ta’uu fi baradhee [Read More]