
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa mana hidhaa Qaallittiitti geeffamuun isaanii dhaga’ame.
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa mana hidhaa Qaallittiitti geeffamuun isaanii dhaga’ame. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa guyyaa kaleessaa mana hidhaa Qilinxootii butamanii halkan edaa bakka hin beekamne tursiifamuun guyyaa har’aa gara mana hidhaa Qaallittiitti geeffamuun isaanii dhaga’ame. Koloneel Gammachuu [Read More]